Kaameettii Podcast

Kaameettii Podcast

@kaameettii_podcast · 82K subscribers · 357 videos · English

Episodes

3:00

Barreessaa fi Ogeessa tarsiimawaa, Obbo Baqqalee Fufaa!

422 views · 3d ago · 3:00

Obbo Baqqalee Fufaa ogeessa yaada tarsimaati. Marii keenya kanaan; Akkaataa qabinsa maallaqaa Faayidaa qusannaa fi karooraa akkasdumas investimentii Kaleessa, har’aa fi borii Afrikaadabalatee Jaalala maatii fi waa’ee Kaameettii irratti marii bal’aa taasisnee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif guddaa isin galateeffanna. Kaameettii!

57:23

Firri dhiyoo maallaqa keeti! Obbo Baqqalee Fufaa

4.8K views · 3d ago · 57:23

Obbo Baqqalee Fufaa ogeessa yaada tarsimaati. Marii keenya kanaan; Akkaataa qabinsa maallaqaa Faayidaa qusannaa fi karooraa akkasdumas investimentii Kaleessa, har’aa fi borii Afrikaadabalatee Jaalala maatii fi waa’ee Kaameettii irratti marii bal’aa taasisnee jirra. Itti dhiyaadhaa! Jaallattanii waan nu hordoftaniif guddaa isin galateeffanna. Kaameettii!

1:05:52

"Balaa ibsaatiin harka koo lamaan dhabe" Dhaabii Jaamboo

9.9K views · 2w ago · 1:05:52

Dhaabii Jaamboo balaa tasaatiin harka isaa lamaanuu dhabe. Yeroo ammaa kanatti abbaa ijoollee sadiiti. Namoota digdamaaf carraa hojii uumuunis addunyaa daldalaa keessa nama jirudha. Turtii keenya kanaan; bu’aa obsaa fi cichoomina Jaalala dhugaa jiraatamee gochaan agarsiifame Ofitti amanamummaa akka warqeetti rakkoodhaan qorame Naannoo ofii jijjiiruun gakma ga’insa mul’ata keenyaatiif shoora hagamii akka qabu irratti bal’inaan marii taasisnee jirra. Itti dhiyaadhaa!

Showing the 4 most recent episodes. Everything plays right here on Pod Atlas.

Have thoughts about Kaameettii Podcast? Share them with other listeners.

Discuss this podcast

More Society, Culture & Lifestyle podcasts

← Back to all podcasts